2 Chronicles 27:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami balbala Mana Waaqa ta mirga jaare naabo moga Yerusalemu ta Ofeli jed'anile mid'aase jaare Yothamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aataam balbala mana woyyu'uu ka gara ol aanu deebi'ee haarawoomse; hulee Oofeel jedhamu ka gaara irraa ka Yerusaalemiin keessatti argamullee dallawa itti ijaaree hujii baay'ee hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yotaam karra Galma Mootii Waan Maraa ta ol aantu deebisee ijaare; inni dalleya dhaka'aa qachaa kooba Ofeeliille jabeessee ijaare.