2 Chronicles 27:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Yothamuni akasi jabaateefi waan inni kara AABBO Waaqa isaa gula baheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aataam Rabbii Waaqa ufii afo'otti waan qajeellumma'aan jiraateef hin jabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yotaam qajeelumma'aan Mootii Waan Maraa Waaqa ifii dura waan deddeebi'eef hunnaamesa te'e.