2 Chronicles 27:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yothamuni tolche ch'ufa, woraana inni loleefi finna inni nama fide, kitaaba Odu Hayyoota Yudafi ta Israeli keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Iyyoo'aataam hojjate, akkaataan inni itti lole kitaaba seenaa biyya Yihuuda'aatii fi biyya Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yotaam hujee fi lolli inni lole martinuu, kitaaba dabarsii mootota Israa'eliitii fi mootota Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti.