2 Chronicles 27:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Yothamuni hayyu tahe, ganni isaa diddami shani, ammalle inni ganna kud'ani jaa Yerusalemu keesa lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa mooyu nama woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa kudha jaha bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa kudhanii jaa bulche.