2 Chronicles 28:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Ahazini hayyu tahe, ganni isaa diddama, duuba inni ganna kud'ani jaa Yerusalemu keesa lafa mohate. Inni faana ababo isa Daudi gula bahu dide, faana hayyoota Israeli gula bahe, waan AABBO Waaqa ingammachiimne tolche. Inni akheekha waaqa d'ara, ka Baali jed'ani, sibiilani mid'aase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaazi hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamaati; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa diddamaa bulche; akka abbaan isaa Daawiti Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate inni waan qajeelaa hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz yennaa mootii te'e nama woggaa diddamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa kudhanii jaa bulche. Inni akka Daawitii abbaa abbootii isaa ta durii Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e hin hunye.