2 Chronicles 28:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma isani nama Yerusalemutifi ka Yuda, d'iirafi nad'eenile, tisse tolfachu feetani. Isanileeni aka AABBO Waaqa keesani durati ch'ubbu tolchitani ufi ingartani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee isin baniin biyya Israa'eliitii fi baniin biyya Yihuuda'aa akka isaan isin jalatti bulan yaaddan; garuu yakki isin Rabbii Waaqa keessan yakkitan hin jiruu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin amma dhiiraa fi dubartoota kolbaa Yihuda'aatii fi kolbaa Yerusaalemii garboonfatiisa barbaaddan; isin tana yennaa gootanu Mootii Waan Maraa Waaqa keessan duratti yakkaa hujuu keessanii motii ree?