2 Chronicles 28:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni Efraimu nami afuri, Azaria ilma Yehohananitifi Berekia ilma Meshilemothitifi Yehizkia ilma Shalumutifi Amasa ilmi Hadlaileni waan askartini suni tate didani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni ijoollee Efreemii garuu Azaariyaas ilmi Yoohaana'aa, Baraakiyaan ilmi Mishileemotii, Yisiqiyaan ilmi Solomooniitii fi Ameesaay ilmi Hadilaayii worra lolaa deebi'an morman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba sooressitoota sanyii Efreemii keessaa gariin, ilmi Yohaannaanii Azaariyaan, ilmi Meshiilemootii Berekiiyaan, ilmi Shaalumii Yehiizqiiya'aa fi ilmi Hadlaayii Amaasaan worra duula irraa gale san mormanee,