2 Chronicles 28:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'ani, Worra boojitani kana dira kanani ind'ufina! Nu qara AABBO Waaqati ch'ubbamne isa dallansiifne. Isani amma haga qarale ch'ubbu nuti dartani baddi nutiini d'ufu feetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan «Worra booji'aman kanniin amma gara keenna hin fidinaa'a! nu armaan dura Rabbiin waan yakkineef Rabbi nuun loleera; ammallee yakka irratti yakka akka hojjannu nu gootanii?» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worra booji'ame kana as fiduu hin malle! Nuuti ammaayyuu yakkaa guddoo qanna; mufiin Mootii Waan Maraa Israa'el irratti bobe'iisatti jirti; ammalle yakkaa irratti yakkaa dabalatuu barbaaddanii ree?» jedhane.