2 Chronicles 28:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi worri gosa Filisti dira golba gaareeni ilaadu jirufi ammalle dira Yuda bita jiru had'u jira. Worri dira Beth-Shemeshifa, Ayaloni fa, Gerothifa, Soko fa, Timna fa, Gimzo fa, ollowaani dira suni woliini, dabsate qabe, dira suni keesa qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennama kana worri Filisxeemii gaarran gara dhiyaatii fi qachoota didiqqaa biyya Yihuuda'aa ka gara kibbaa jiran maraa Beetisaamiisi, Elooni, Gedrooti, Sookoonii fi gandoota isi'ii, Taaminaanii fi gandoota isi'ii, Gimizoonii fi gandoota isi'ii maraa fudhatanii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Filisxeemotaalle qachoota kooba jalaatii fi qachoota biyya Yihuda'aa ka gara kibbaa jiranu lolanee, Bet-Shemeshi, Ayalon, Gederot, Sokoo, Tiimna'aa fi Giimzoo ollaa adaala sanii mara qabatanee achi qubatane.