2 Chronicles 28:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Ahazini hayyuuni Yuda waan hamtu lafa keesati tahe AABBO Waaqa dideefi, AABBO Waaqi worra Yuda gaargala itiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaazi mootiin biyya Yihuuda'aa waan Rabbiin ganee isa irraa fagaateef Rabbi sababaa isaatiif biyya Yihuuda'aa salphise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa Ahaaz biyya Yihuda'aatitti hammeenna baceessee Mootii Waan Maraatiif guddoo waan hin addataminiif, Mootiin Waan Maraa kolbaa Yihuda'aa salphise.