2 Chronicles 28:2 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma armaan dura mootonni Israa'elii Ba'aaliif sagadan Ba'aalii sagadu'uuf fakii waaqa tolfama'aa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo akkuma moototi Israa'elii hujane hujee, waaqa dharaa Ba'aal waaqonfatiisaaf sibiila baqisiisee fakkii hujeef.