2 Chronicles 28:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ahazini worqi Mana Waaqatifi mana hayyutifi mana jaarole lafa suni keesaa guure, hayyicha Ashuruti kenne, ammo tunileeni isa inqarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf mootichi Akaazi mana woyyuu Rabbii keessaa, mana mootumma'aatii fi bulchoota bani'ii irraa worqii baay'ee fudhatee mootichaaf kennaa godhee kenneef; garuu kanallee godhe'eef womaa isa hin fayyanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ahaaz qooda Galma Mootii Waan Maraa irraa, qooda mana mootumma'aa irraa fi qooda qondaaltotaa irraa meya fuudhee mootii Asooriitiif kenneeraayyu; te'uu malee tunille isa hin qarqaarre.