2 Chronicles 28:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Yuda ch'ufa keesati inni fulla waaqa d'ara iti kad'atani hit'aana aarsanifi jaare. Duuba akanaani AABBO Waaqa ababoota isaa, dallansiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni biyya Yihuuda'aa maruu akka waaqa tolfamaa saniif hixaana aarsaniif hulee itti sagadan gaarran irratti hojjachiisee Rabbii Waaqa abboota ufii aarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa biyya Yihuda'aa mara keessatti, waaqota dharaa ka dhibi'iif addee waaqonfanna'aa ijaaree, Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii aarse.