2 Chronicles 28:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni tolche ch'ufa, haguma geetunu, kitaaba Odu Hayyoota Yudatifi ta Israeli keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Akaazi hojjate maruu jalqabaa haga dhumaa kitaaba seenaa mootota biyya Yihuuda'aatii fi ka biyya Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta Ahaaziin mootichi huje, jalqabaa kaasee haga muumme'eetitti kitaaba dabarsii mootota Israa'eliitii fi Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti.