2 Chronicles 28:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Ahazini due, Yerusalemuti awaalani, ammo irreesa hayyoota keesati inawaalle. Duuba ilmi isaa Hezekiani fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaazi du'ee Yerusaalemiin keessatti hulee abboonni isaa itti awwaalaman biratti isa awwaalan malee hulee mootonni biyya Israa'elii itti awwaalamanitti hin awwaalamne; bikka isaa ilma isaa Hisqiyaasitu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz du'ee qachaa Yerusaalemii keessatti isa awwaalane; te'uu malee addee awwaala moototi Israa'elii itti awwaalamanutti isa hin awwaalle. Ilmi isaa Hisqiyaas addee isaatitti mootii te'e.