2 Chronicles 28:6 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Rabbii Waaqa abboota ufii waan dhiisaniif Faaquheen ilmi Roobeeliyuu guyyama tokko biyya Yihuuda'aa keessaa loltoota jajjabaa kuma dhibbaa fi diddamaa fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii waan lakkisaneef, mootiin Israa'elii ilmi Remaaliya'aa Pheqaan guyyaa tokkotti loltoota Yihuda'aa keessaa kuma dhibbaa fi kuma diddama ijjeese.

Recommended Reading