2 Chronicles 28:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba raaga AABBO Waaqa tokoti jira, ka Odedi jed'ani, ka worri isaa Samaria. Inni duula Israeli ka Samariati galu jiru fuula keesa d'ufe waan jed'eeni, AABBO, Waaqi ababoota teesani, ya worra Yudati dallane worra harka keesaniti kenne, ammo amma tana inni aka isani worra qaqaltani suni layu d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achi raatticha Rabbii ka Oodeed jedhamutu ture; inni loltoota gara Samaariya'aa dhaqan bira dhaqee, «Rabbi Waandhi abboota keessanii biyya Yihuuda'aatiin waan loleef akka isin isaan mooyattan godhe; isinillee lola badaa loltanii isaan fixxan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti gara Samaariya'aa yennaa deebite, raagichi Mootii Waan Maraa Odeed isaan dhaggiisaaf dhaqee, «Mootiin Waan Maraa Waaqi abbootii teessanii ta durii kolbaa Yihuda'aatitti waan aareef, harka keessanitti dabarsee isaan kenne; isin ammoo aarii jaddu'uun isaan ijjeettane; Waaqille aarii teessan ta akka malee hammaatte tana dhaggeera.