2 Chronicles 29:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Hezekiani hayyu tahe, ganni isaa diddami shani duuba inni ganna diddami sagali Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa, maqaani Abiya, isiini dubra Zekaria.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemiin keessatti woggaa diddamii sagalii bulche; haadha isaa maqaan Abiya'a; isii Zakkaariyaasitu uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas yennaa moti te'e nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii sagal bulche; maqaan haadha isaa Abiiya'a; isiin intala Zakaariyaasii ti.