2 Chronicles 29:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma wold'aqisa AABBO Waaqa Israelitini tolfachu fed'a, aka inni deebie nuti indalanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu lolli Rabbii jabaan kun akka nu irraa dhaabatu Rabbii Waaqa Israa'elii woliin waadaa galu'uuf yaadeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Haganaa achi akka inni nutti hin aarreef, ani Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii woliin gondooroo godhatiisaaf murteeffadheera.