2 Chronicles 29:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tiyya, indidina, nami AABBO Waaqi fohate, ka hit'aana isaa aarse Mana isaa keesa isaa hojattu isani; hurrisa hojad'aafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! akka isa afoo dhaabattanii isa tajaajiltaniif, tajaajiltoota isaa akka taataniif, akka hixaana isaaf aarsitaniif Rabbi waan isin filateef lash hin jedhinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ijoollee tiyya! Isin akka isa dura dhaabbatanee isa tajaajiltanuuf, tajaajiltoota isaa akka teetanuuf, hixaanalle isa duratti akka isaaf aarsitanuuf Mootii Waan Maraa isin waan filateef hin rincicina'a» jedhe.

Recommended Reading