2 Chronicles 29:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kunini nama gosa isaani ka Lawi ch'ufa wolti baase, worri ch'ufti ufi qulqulleese. Duuba akuma hayyu Hezekiani worraani jed'e, Seera AABBO Waaqa gula Mana Waaqa qulqulleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu obboleewwan ufii wolitti qabanii qulqullaayan; akkuma seera Rabbii ka Rabbi mooticha ajajetti mana woyyuu Rabbii qulqulleessu'uuf seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun fira ifii Lewwoota wolitti qabanee ifi woyyoonsaneen duuba, akka seeraatitti ifi qulqulleessaneen duuba, mootichi akka jecha Mootii Waan Maraatitti akkuma isaan ajajetti Galma Mootii Waan Maraa qulqulleessane.