2 Chronicles 29:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle miha duri hayyu Ahazini gaafa kara Waaqa iraa gore kaani gate, guure deebimne qulqulleesine. Mihi suni ch'ufti mesa AABBO Waaqa dura jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma meeshaa mootichi Akaazi hennaa Rabbiif hin ajajamne fudhate sanniin deebifnee akka Rabbiif woyyooman gooneerra; meeshaan kunniin maruu hulee ciinca'aa ka ciincaan Rabbii irratti dhiyaatu afoo jira» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaziin mootichi bara mootii te'eerutti Mootii Waan Maraatiif addatamuu dhabee, meya inni achii baase mara adde'etti deebinnee woyyoonsineerra; kunoo mey sun amma addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa dura jira» jedhanee isatti himane.