2 Chronicles 29:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege qaaloleeni korbeeyyi suni qalte d'iiga isi sorio daba gumi ch'ufaatini baasani baafte, waan sorio irati baasani irati jissite. Wonti akanatiifi hayyichi qara waan jed'e, sorio gubanifi sorio dabaani ufi iraa baasani maro gumi Israeli ch'ufa ha baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mootichi waan ciincaa ciincawuu fi ciincaa waan cubbu'uutiif dhiyaatu banii Israa'eliitiif akka ta'u waan ajajee tureef banii Israa'eliitii araara kadhachu'uuf dhiiga horii waan cubbu'uutiif jige hulee ciinca'aa irratti dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi kennansa gubamuu fi kennansa gumaa cubbu'uutiif dhikaatu kolbaa Israa'elii maraaf akka godhamu duraan dursee waan ajajeeruuf, hayyooti korbeeyyii re'e'ee san qaltee, kolbaa Israa'elii maraaf gumaa cubbu'uutiif, dhiiga korbeeyyi'ii san addee ciinca'aa irratti dhangalaatte.