2 Chronicles 29:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami achi jiru ch'ufti Waaqa faarse, faaruufi sirba suni haga sorio ch'ufa baasaniti illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu hin sagadan; faarfattoonnillee hin faarfatan; worri xurumbaa afuufullee haga ciincaan sun ciincayee raawwatutti cadhisanii xurumbaa afuufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga kennansi gubamu gubamee dhumatutti, gumiin duudiin waaqonfattee, Faarfattootille faaruu faarsitee, tultullaalle afuufame.