2 Chronicles 29:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyufi jaaroleeni Yuda waan worra Lawitini jette, Faaru Daudifi raagi Asafuni t'aafani AABBO Waaqaani faarsa. Akanaani nami ch'ufti gammada guddaani sirbe jilbifate, Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaasii fi bulchoonni banii worra Leewwotaa dubbii raatticha Asaafiitii fi dubbii Daawitiitiin akka Rabbiin ulfeeffatan ajajan; isaanillee kanaaf jilbiiffatanii uduu kadhatan gammachuu gudda'aan faarfata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasiin mootichii fi qondaaltoti isaa, faaruu Daawitiitii fi Asaafii raagichaa qopheessanee Mootii Waan Maraa akka leellifatanu Lewwoota ajajane; isaan gammadaan faarfatanee, gombifamanee waaqonfatane.