2 Chronicles 29:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teenna AABBO Waaqa keenna iraa gorte, waan hamtu inni infeene tolchite. Worri isa lakise, fulla inni iti galu fuula iraa deefate dudda iti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni teenna yakkaniiran; Rabbii Waaqa keenna dhiisanii waan hamaa hojjataniiran; fuula ufii mana woyyuu Rabbii irraa deebifatanii dudda ufii itti deebifataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teenna ta durii, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf hin addatanne; isaan isa duratti waan sirrii hin te'in hujanee, isa lakkisanee, addee woyyittii isaatitti dudda galane.