2 Chronicles 29:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri balbala Mana Waaqa ch'ufe, ifse d'aamfe, hit'aani aarsu dide, sorio gubani baasani, Mana Waaqa Israeli keesati, baasu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala mana woyyu'uullee cufanii ibsaallee dhaamsaniiran; mana woyyuu Rabbii Waaqa Israa'eliitiif hixaana hin aarsine, ciincaa ciincawullee Rabbiif hin dhiyeessine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan balbala soroo Galma Mootii Waan Maraa cufanee, issaalle dhaanfane; Galma Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii keessatti hixaana hin aarisine yookiin kennansa gubamulle hin dhikeessine.