2 Chronicles 29:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan sunitifi AABBO Waaqi Yudafi Yerusalemuti dallane; wonti inni worra tolche suni nama ch'ufa aka male rifachiifte mudamsiifte akuma isani gartani kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbi banii Yihuuda'aatii fi banii Yerusaalemiitiin lole; akkuma amma argitan kana akka isaan guddisanii nayaniif akka namni isaan baaseffatuu fi isaanitti balduuf dabarsee isaan kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa kolbaa Yihuda'aatii fi kolbaa Yerusaalemiititti aaree, akkuma isin beettanu, waan nama mara sodaachisu, waan murgo'oo isaan godhee, waan nama rifachiisu itti fide.