2 Chronicles 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani Solomoni, hayyu Daudini, duru qara fulla Mana Waaqa iti jaarani kurfeese. Fullaani sunini dira Yerusalemu gaara Moria gubba, jirti. Isiini duri oobdi, Arauna, ka gosa Yebusi. Solomonini huji ijaarsa suni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti abbaan Solomoonii Yerusaalemiin keessatti gaara Mooriya'aa irratti hulee manni woyyuun itti ijaaramu qopheesse; Huleen kun hulee Rabbi isatti mudhatee fi ka Oornaan gosa Iyyaabusii oobdii godhatee itti fayyadamu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Solomoon Yerusaalem keessatti gaara Moriiyaa irratti, addee dur Mootiin Waan Maraa abbaa isaa Daawititti mudhatetti Galma Waaqaa ijaariisa jalqabe; Daawiti addee Mootiin Waan Maraa isatti mudhate sanitti eeddummee Ornaanii nama biyya Yibusootaa keessatti Galma Waaqaa ijaariisaaf qophowe.