2 Chronicles 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo keesa hayyichi akheekha waan lubbu qaba ka koola lama sibiilani mid'aase, worqiini ch'okhe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon hojjattoota ufii akka isaan fakii kiruubeelii kaasanii worqii itti maxxansanii hulee woyyittii woyyootaa keessa kaayan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Addee Irra Caalaa Woyyittii keessatti fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu lama muka irraa hujisiisee, worqii itti gonfe.