2 Chronicles 3:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mata utuba suni lachu, waan aka lootitifi waan aka okhoku, ka sibiila diima iraa mid'aasani ka d'ibba tokotini barreesani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaccee utubaa sanniinii irratti waan akka maraba gingilcha'aa hojjatee irra kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni haachaba wolitti xaxee miidhassee, qaccee utuboota sanii irra keyee, midhaan, «Muka rumaan» jedhamuu dhibba hujee haachaba saniin wolitti qassiise.