2 Chronicles 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mana suni fuula isa dura mana d'ibi iraa jaarani, ka ballinni isaa d'und'uma diddama, old'eerinni isaa d'und'uma d'ibbafi diddama. Mana suni keesa fulla ch'ufa worqiini ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan dhaga'aa ka mana afo'oo dheerinni isaa akkuma dalga manaatiin ciqilee diddama; ol dheerinni isaa ciqilee dhibbaa fi diddama; mana keessa worqii qulqulluu itti maxxanse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Soroon isaa karaa fuula duraatiin, akkuma badhinna Galma sanii ciqilee diddama, ol dheerinni isi'iille ciqilee dhibbaa fi diddama; inni keessa isi'iille worqii qulluu itti gonfe.