2 Chronicles 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana gudda kaani bada isaa garaa keesa mukha hind'eesa naqani worqiini ch'okhani, worqi sunile waan aka meet'itifi lootitini barreesani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana guddaa ginnoo isaa muka hindheessaatiin ijaare; worqii mishaa itti maxxansee fakii muka meexxi'iitii fi ka haada sibiilaa irratti kaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolloon guddittiin Galma sanii muka hindheensaatiin ijaarantee, worqiin qulluun itti gonfantee, fakkiin muka meexxi'iitii fi haachabaa irratti kaafamane.