2 Chronicles 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni girgida mana suni ch'ufa worqiini ch'okhe, dareerafi Mikhikilafi balbalale ch'ufa akasuma worqiini ch'okhe, girgidale gubbati hogeeyini akheekha waan lubbu qaba ka koola mid'aasite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaaba mana woyyu'uu, qasatoo, ginnoo, balbalaa fi cufanaa balbalaa worqii itti maxxansee girgiddaa irratti fakii kiruubeeli'ii kaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni buusaa heellichoo Galmaa, keessa isaa, dhaaba isaa, saanqa'aa fi mikikkila balbalaa isaa mara worqii itti gonfee, fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qaddu dhaaba isaa irratti kaase.