2 Chronicles 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle musubaara worqiini mid'aasanile ulfinni isaa diqo nusa kilo ira jira. Girgida mana gubbale worqiini ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Misimaariin woyyittii woyyootaa ijaaraniin worqii saqilii dhibba shanii fi torbaatama fixe; kutaa mana woyyu'uu ka gamoo irraa worqii maxxansan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mismaarri worqi'ii gara giraama dhibba shanii fi torbaatamaa ti; inni kolloota mana mana irraalle worqii itti gonfe.