2 Chronicles 30:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari ergani kaani dira ch'ufa ka lafa Efraimutifi ka Manase keesa jirufi haga lafa Zabulonile d'aqe, ammo biyyiti worra kofalte goyeesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ergaman xalayaa qabatanii gara biyya Efreemii, gara biyya Minaase'eetii fi gara biyya Baabiloonii qacha'aa gara qacha'aa deeman; worri isaan itti dhaqan sunniin garuu tuffatanii isaanitti kolfa'aa isaanitti baldan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ergame sun biyya Efreemiitii fi Minaase'ee keessa qachaa kaan irraa gara qachaa kaanii dhaqanee haga biyya Zebuloonii deemane; kolbaan biyya sanii ammoo tuffi'ii fi murgo'oon itti kollane.