2 Chronicles 30:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqileeni worra Yudale qarqaare, worra ch'ufa garaa takaa tolche, aka worri fed'i isaa gula yae jecha jaaroleetifi ka hayyu guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi onnee banii biyya Yihuuda'aa akka isaan ajaja Rabbii eeganiif, akka isaan ajaja mootichaatii fi seera bulchootaa eeganiif kakkaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Yihuda'aa keessalle'etti kolbaan waan Mootichii fi qondaaltoti akka jecha Mootii Waan Maraatitti isaan ajajane gadhaa tokkochaan akka muummessanu Waaqi isaan qarqaare.