2 Chronicles 30:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan mesa fakaata ka Yerusalemu keesati sorio irati baasanifi ka hit'aana irati aarsani ch'ufa fuud'ani, bale Kidroniti jissani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee ciinca'aatii fi hixaana waaqa tolfama'aaf aarsan maraa Yerusaalemiin keessaa balleessanii laga Qeedirooniititti gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee ciinca'aatii fi addee hixaana irratti aarsanu ta waaqota ormaa Yerusaalem keessaa bubuqqisanee, dhooqa Qedroonii keessatti gatane.