2 Chronicles 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri huji isaani ta Mana Waaqa, ta guyya ch'ufaa, ta Seera namicha Waaqa ka Musa jed'ani kaani gula worraa kennani, iti deebie hojate. Worri Lawi d'iiga sorio qaaloleeti kenne, qaaloleeni d'iiga suni waan sorio irati baasani kaaniti fifit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma seera Muuseen namni Rabbii isaanii kenneetitti mana woyyuu keessatti hulee isaanii ramadame dhaabatan; worri Leewwotaa dhiiga ciinca'aaf dhiyaate fuudhanii gadootatti kennan; worri gadootaa garuu dhiiga hulee ciinca'aatitti facaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan akkuma seera Muusee nama Waaqaatitti addee addee ifii qabatane; hayyootille dhiiga harka Lewwootaatii fuutee fiffixxe.