2 Chronicles 30:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami hedduuni gumi keesa qulqullo intahinifi, hooliye jila Pasaka qalu dad'abani, tanaafi worri Lawi worraa qale hooliye suni AABBO Waaqaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii keessa worri hin woyyoomne heddu waan turaniif korbeeyyii faasika'aaf ta'u qaluu hin dandeenne; kanaafuu worri Leewwotaa worra uf hin woyyoomsine maraafuu korbeeyyii hoolotaa qalanii gadootaa dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa san keessaa worri bacaan akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu waan hin te'iniif, Lewwooti worra ifi hin woyyoonsin saniif buruusota hoole'ee Jila Irra Dabaramaatiif qalanee Mootii Waan Maraa duratti isaan woyyoonsane.