2 Chronicles 30:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO, Waaqa ababoota teenna, dansuma teetiini nama garaa tokooni si kad'atu araaramifi, ato worri aada gula ufi qulqulleesu baatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas «Nama akka seera mana woyyu'uutitti hin woyyoomne, namni Rabbii Waaqa abboota ufii barbaadu maruu Rabbiin araaraa isaanii haa dhiisu!» jedhee Waaqa isaanii kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka aadaa dhugeeffanna'aatitti isaan qulqullummaa dhabanulle, worra Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta duriitiif ajajamu maraaf araaram!» jedhe.