2 Chronicles 30:2 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaa, maruu akka isaan barbaachisutti waan hin woyyoomneef, baniinillee Yerusaalemitti waan wol hin geenneef ayyaana ayyaanteffachuu hin dandeenne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichii fi qondaaltoti isaa, gumiin Yerusaalemii marti Jila Irra Dabaramaa ji'a lammeesso'oo keessa jilifatiisaaf wolii galane.