2 Chronicles 30:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani worra Lawi huji worri aka dansa AABBO Waaqa hojate suni iraa gammade aka male owise. Eegi worri guyya torba sorio qale AABBO, Waaqa ababoota isaani faarse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas worra Leewwotaa ka Rabbiin hubanna'aan tajaajilan maraa jajjabeessa'aa ture; isaan maruu ciincaa dhiyeessa'aa Waaqa abboota ufii galatoonfata'aa haga guyyaa torbaa ayyaanteffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasille Lewwoota waaqonfannaa Mootii Waan Maraa sooressiisaan dandeettii guddoo mudhisane leellise; maarre kolbaan guyyaa torba qooda ifii nyaataa, kennansa tokkumma'aa dhikeessaa, Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii galateeffatte.