2 Chronicles 30:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani nami dira Yerusalemu keesa jiru ch'ufti gammade; wonti akanatiifi, haguma ilmi Daudi Solomonini lafa mohate asi, wonti akana taka intaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemiin keessatti gammachuu gudda'atu ta'e; bara mooticha Solomoonii ilma Daawitii mootii biyya Israa'elii irraa jalqabee Yerusaalemiin keessatti ayyaanni akkanaa kun ayyaanteeffamee hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara ilmi Daawitii Solomoon biyya Israa'elii duudii irratti mootii te'ee irraa jalqabee haga ammaatitti jilti akkanaa Yerusaalem keessatti jilifantee waan hin beenneef, qachaa Yerusaalemii keessatti gammad guddaan te'e.

Recommended Reading