2 Chronicles 30:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaaloleefi worri Lawi oli ejaanje gumi eebise; Waaqileeni gubbati kad'acha worraa d'agayeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaatii fi worri Leewwotaa ka'anii banii eebbisan; laagaan isaanii guddisee dhagayame; kadhaan isaaniillee mana woyyuu Rabbii keessaa gara sami'ii ol baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyootii fi Lewwooti ka'anee kolbaan akka eebbifantu daadimatane. Waaqille addee woyyittii ifii ta ol-gubba'aa irraa daadimata isaanii dhage'e.