2 Chronicles 30:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gosa Israeli, haguma Dani iti keyatani Beershebati d'aabani, nama ch'ufa Yerusalemuti wolti yaamani, haga duri kaanile ch'ufa iraa, aka aada gula jila Pasaka tolfatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaan barbaachisutti waan hin ayyaanteffanneef ayyaana faasika'aa ka Rabbii Waaqa Israa'elii Yerusaalemiin keessatti ayyaanteffachu'uuf baniin Israa'elii akka dhufu Beersaabeehii jalqabanii haga Daaniititti labsii akka labsan murteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaan dura jila Irra Dabaramaa tana akka barreeffantetti bacatanee jilifatanee waan hin beenneef, lafa Israa'elii mara keessaa, Bersheeba'aa jalqabanee haga Daaniititti lassii lassanee, namooti marti gara Yerusaalemii dhufanee, Jila Irra Dabaramaa ta Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii akka jilifatanu murteeffatane.