2 Chronicles 30:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ababoota teesanitifi oboleyaani teesani ta Israeli, ta AABBO Waaqa isaani durati ch'ubbu tolchite, intahina. Inni aka hama worra gaargalche, akuma isani gartani kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka abboota teessan ta durii worra Rabbii hin ajajamneef Rabbiin yakkanii sanniiniitii fi akka obboleewwan teessan sanniinii hin ta'inaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka abbootii teessan ta duriitii fi akka gosa teessan worra Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta duriitiif hin addatannee hin te'ina'a; inni akkuma isin dhaggitanu waan hantuu nami dhaggee bararaqu isaan godhe.