2 Chronicles 30:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani AABBO Waaqati deebitani, worri duri oboleyaanifi ilmaani teesani boojieleeni worraa nahe lafa tanati worra galcha. AABBO Waaqi keesani eebaafi naasu qaba, hojja isani isati deebitani inni isani indidu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan arja'aa fi ka namaa dhiisu waan ta'eef isin gara isaa yoo deebitan innillee waan fuula ufii isin irraa hin deebifneef worra obboleewwanii fi ijoollee teessan booji'an maraa afo'otti araara argattan» jedhu isaanitti erge; gara biyya kanaallee hin deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gara Mootii Waan Maraa yoo deebitane, Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan arja'aa fi mararaa waan te'eef, worri fira keessanii fi ijoollee teessan booji'e gadhaa laafee akka isaan gara biyya ifii deebi'anu hin godhan. Isin gara isaa yoo deebitane innille fuula ifii isin irraa hin deebifatu» jedha.