2 Chronicles 31:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hezekiani waan biyyaani jed'e, Fulla miha iti olkayani, Mana Waaqa keesati, mid'aasa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas akka isaan mana Rabbii keessatti gootaraa ijaaran banii ajaje isaanillee gootaraa ijaaranii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas Galma Mootii Waan Maraa keessatti kolloo kuusaa meyaa akka qopheessanu ajaje; isaanille akkuma inni ajaje godhane.