2 Chronicles 31:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Waaqaa baasanifi qooda isaa baasani kana ch'ufa keesati olkaya; jennaani akasuma tolchani. Huji suni nami iti mata namicha Lawi toko, ka Konania jed'ani, nami isati aanuleeni oboleesa isaa, ka Shemei jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaanii kurneesso'oo fi waan woyyoome maraa amanamumma'aan gootaraa sanitti galchan; Koonaaniyaa gosa Leewwi'ii midhaan kana irratti baallii kennaniif; obboleessa isaa Saame'iinillee baallii kennaniifii nama lammeesso'oo godhanii kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kennansa mara, kudhan keessaa tokko, kennansa woyyoome addatamumma'aan achi keessatti tuulane. Konaaniyaan sanyii Lewwi'ii itti gaafatamaa mana meya mootumma'aa te'ee, obboleessi isaa Shime'i itti aanaa isaa te'e.
Recommended Reading